Find more on TelegramTop Search Bot for Free @tgtopcom_bot
Baga nagaan dhuftaan! Gareen kun kan dhaabbate Waldaa seenaa qabeetti kana deggaruu fii jajjabeessuuf dhaloota eebba waldichaan gudataniin kan hundaa'edha.
Members: 863
Kanaafis namni kiristoositti yoo ta'e dhaloota haaraadha.inni moofaan darbeera.2qor.5:17
Members: 532
Miseensa tahuunis itti dabaluunis kaayyoonsaa barumsaawwan afuuraa walii dabarsuufiidha
Members: 440
No description available
Members: 196
Dubbicha lallabbii Kun yeroodha kun yeroo miti osoo hin jedhiin qophaa’i argami!!!!!!!!2Xim.. 4:2
Members: 167
Kaayyoon waldaa kanaa sagaale waaqayyoo bakka hundaati dhageechisuudha akkaasuuma amaanta keenyaan akka jiraanufi.
Members: 102
Waldaa Kiristaanaa Kiristoos Addunyaleessaa (Chirst International Worship Church)Addis Ababa
Members: 90
Kaayyoon keenya harka walqabannee wangeela mootummaa waaqayyoo labsuufi dhufaatii kiristoos waliin eeggachuudha.
Members: 88
Waldaa Hafuura Qulqulluu (Holy Spirit Online Church) .Kaayyoon keenya inni guddaa dubbiin Sagalee Waaqayyoo dhaloota hundumaabira akka gahuuf Wangeela mootummaa Waaqayyoo labsuudha!. Cahaanelii kanarratti Ergaa hafuuraa qofatu darba. https://t.me/WHQOC
Members: 68
waldan kun mirga qaroo dhabeeyyi kabachisudhaf kan hunda'edha.
Members: 43
Kaayyoon GMT kanaa1. Tajaajila Afuuraa hirmaachuu2. Hojii eebbaf tahan gamtaan hojachuu3. Tokkummaa keenya chimsuuf4. Yeroo rakkoo fi gammachuu foon keenyas wal bira dhaabbachuu.5 xoofoo lubbuu keenyaf galaa jireenyaa fi suga nu argachiisuu dhaabuu
Members: 14